MAADDII
Waa'ee keenya | About Us
Dhaabbatni Faayinaansii biyya keessa jiran mallaqaa namoota galiii xiqqaas ta'ee guddaa qaban irraa yeroo yeootti ni sassabu. Haa ta'umalee, fayyadaman abbaa qoodaa fi qabeenya biyya keessa jiraani dha.
Dhaabbatni Faayinaansii biyya keessa jiran mallaqaa namoota galiii xiqqaas ta'ee guddaa qaban irraa yeroo yeootti ni sassabu. Haa ta'umalee, fayyadaman abbaa qoodaa fi qabeenya biyya keessa jiraani dha. Namootni galii gadi-aanaa argatanis liqii haala salphaan argachuu hin danda'an. Tokkoon tokkoon namootaa irraa qarshii xixiqqaan sassaabamee baankii jiru illee walitti dabalamee namoota biraaf tajaajila liqaaf oola. Kun, carraan namootaa baankii irraa liqii argatanii ittiin hojjatanii jireenya ofiis ta'ee maatii isaanii fooyyessani baay'ee xiqqaa waan ta'eef waldaan qusannaa fi liqii furmaata hundeedha.
Waaldaan Hojii Gamtaa Qusannaa fi Liqii MAADDIIs rakkoo idda jabeeffate kana furuuf oogeeyyotaan qoraannoo gadi fagoo erga gaggeessee booda dhaadannoo "Numatuu qusata numatuu fayyadama" jedhuun haawasni galii argatu irraa mallaqa muraasa qusaachuudhaan dhala xiqqaan qabeenya isaa akka fayyadamu taasisuudhaaf, bu'aa argamees miseensota isaaf qooduuf, miseensota muxannoo garaagaraa (namoota muuxannoo Waldaa hojii gamtaa qusannaa fi liqii irraa, dhaabbata liqii fi Maayikiroo faayinaansii irraa, sektaroota baankii, namoota abbootii seeraa, barsisoota Yuunivarsitii, kolleejjii, akkasumas sadarkaa lammaaffa fa'a, Abbootii amantii, Konkolaachistoota, daldaaltota, abbootii qabeenya, fi seektaroota mootummaa fi dhuunfaa) qaban 63 ta'aniin bu'uura Labsii Waldalee Hojii Gamta Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk 218/2011 keeyyata 15 irratti hundaa'uun Bitootessa 03 bara 2016 A.L.I miseensota magalaa Walisoo fi Shaggari jiraniin hundaa'ee.
Falaasafni Maaddiis qarshii, beekumsaa fi yeroo ofii walitti fiduun rakkoolee hawaas-diinagdee furuun Maaddii irraa qooddachuudha.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
የፋይናንስ ተቋማት ቁጠባን በማሰባሰብና የብድር አገልግሎቶችን በመስጠት በኢኮኖሚ ዕድገት ውስጥ ከፍተኛ ሚና ያበረክታሉ። ሆኖም ግን ዝቅተኛና መካከለኛ የገቢ ደረጃ ላይ ያሉ ዜጎች ተመጣጣኝ ወለድ ያለውን ብድር ለማግኘት አሁንም እጅግ ውስን ዕድል አላቸው። ይህም በንግድ ሥራቸው ላይ እንዲጠነከሩ፣ እንዲያስፋፉና የኑሮ ደረጃቸውን እንዲያሻሽሉ እንቅፋት ይሆናል። በዚህ ረገድ የቁጠባና ብድር ኅብረት ሥራ ማህበራት አባላት ሀብታቸውን በጋራ እንዲያሰባስቡ፣ ተመጣጣኝ ብድር እንዲያገኙ እና በጋራ ጥረታቸው የሚፈጠረውን ጥቅም እንዲጋሩ በማስቻል ይህንን ክፍተት ይሞላሉ።
ማዲ የቁጠባና ብድር ኅብረት ሥራ ማህበር “ቆጣቢውም እኛ፣ ተበዳሪውም እኛ!” በሚል መሪ ቃል ይህንን ችግር ለመፍታት ተመስርቷል። ማህበሩ ጠንካራ የቁጠባ ባህልን ያበረታታል፣ ተመጣጣኝና ተደራሽ የብድር አገልግሎት ይሰጣል፣ እንዲሁም አባላቱ ኢኮኖሚያዊና ማኅበራዊ ደህንነታቸውን እንዲያሻሽሉ ያበረታታል።
ማህበሩ በኦሮሚያ ክልል የኅብረት ሥራ ማህበራት አዋጅ ቁጥር 218/2011 መሠረት መጋቢት 3 ቀን 2016 ዓ.ም. (March 12, 2024 G.C.) የተመሠረተ ሲሆን፣ ከወሊሶና ሸገር ከተሞች የተውጣጡ 63 መስራች አባላት በመሆን መስርተውታል። የማህበሩ አባላት ከተለያዩ የሙያና የማኅበረሰብ ዘርፎች የተውጣጡ ሲሆን፣ የኅብረት ሥራ ባለሙያዎች፣ የባንክና የማይክሮፋይናንስ ባለሙያዎች፣ የሕግ ባለሙያዎች፣ አስተማሪዎች፣ የሃይማኖት መሪዎች፣ ነጋዴዎች፣ የትራንስፖርት ሥራ ላይ የተሰማሩ እና በመንግሥትና በግል ተቋማት የሚሠሩ ሠራተኞችን ያካትታል።
ማዲ የተመሠረተው የአባላትን የገንዘብ ሀብት፣ እውቀትና ጊዜ በጋራ በማሰባሰብ የማኅበራዊና ኢኮኖሚያዊ ችግሮችን በኅብረት እንደሚፈቱ፣ ዘላቂ የልማት ዕድሎችን እንደሚፈጥሩ እና የአባላቱን የኑሮ ጥራት እንደሚያሻሽሉ በሚል መርህ ላይ ነው።
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Financial institutions play a vital role in mobilizing savings and providing financial services. However, access to affordable credit remains limited for many low- and middle-income individuals, making it difficult for them to invest, grow their businesses, and improve their livelihoods. Savings and Credit Cooperatives bridge this gap by enabling members to pool their resources, access affordable loans, and share in the benefits generated through collective efforts.
MAADDII Savings and Credit Cooperative was established to address this challenge under the motto “We Save Together, We Benefit Together.” The cooperative promotes a strong culture of saving, provides affordable and accessible credit, and empowers members to improve their economic and social well-being.
Established on March 12, 2024 G.C. in accordance with Oromia Regional State Cooperative Societies Proclamation No. 218/2011, MAADDII was founded by 63 founding members from Waliso and Sheger. Its membership comprises professionals and community members from diverse backgrounds, including cooperative practitioners, banking and microfinance experts, legal professionals, educators, religious leaders, entrepreneurs, transport operators, and employees of both public and private institutions.
MAADDII is founded on the philosophy that by pooling members’ financial resources, knowledge, and time, collective action can overcome socioeconomic challenges, create sustainable opportunities, and improve the quality of life of its members.
... Read More
Mr. Solomon Asfaw, MBA
Visionary Founder and Chief Executive Officer (CEO)
Finance professional, Authorized Accountant, and business consultant and founder of Maaddii Cooperative.
Tesfaye Etensa, Assistant Professor
Chairman of the Board
An Assistant Professor of Economics, Certified Management Consultant, researcher, policy analyst, and financial advisor for over 10 years.
Mr. Benya Asfaw, BA, BSc, MBA
Deputy Chairman of the Board
A banking professional for 15 years and a Branch Manager at Hibret Bank. Expertise in banking operations, credit administration, customer relationship management, and branch leadership.
Daniel Daba Chibsa (PhD)
Chairperson of the Finance Committee
A banking executive, economist, researcher and a Branch Manager at the CBE; Provides expertise in financial oversight, risk management, and institutional development and sustainable growth.
Mr. Yosef Kebede, LLB
Board Secretary
A Judge and President of the Oromia First Instance Court; In Maaddii he strengthens institutional accountability, transparency, and corporate governance.
Mr. Teshale Angasa, MSc
Board Member
Economist and General Manager of Woliso Food Complex for 16 years and expertise in business development, strategic planning, and sustainable investment.
Mr. Mitiku Rikita, MSc
Board Member
A Branch Manager at Awash Bank S.C for 12 years. Experienced in banking, digital finance, customer relationship management and financial services and institutional growth.
Mr. Solomon Bushene, LLB
Board Member
A legal professional for 7 years and Religious leader, bringing valuable perspectives on governance, ethics, accountability, and community development to the Board.